Baankiin Awaash Humna Ibsaa Itoophiyaa waliin waliigaltee waliin hojjachuuf dandeessisu mallatteessan.
Haaluma waliigaltee kanaan kaffaltii tajaajila humna ibsaa filannoowwan kaffaltii Baankii Awaashiin si’eessuun akkasumas maamiltootni dhaabbilee faayinaansii biroo bu’aa bayii tokko malee kaffaltii isaanii dhaabbata faayinaansii