Herrega socho’aa Waadiyaa 

Herrega Socho’aa Waadiyaah

Herregni qusannoo waadiyaah herrega socho’aafi herrega cheekii jedhamee kan beekamu yoo ta’u, maamiloota barataniin kan banamuufi dhala baankii kan hin qabneedha. Herregichi wal amantaarratti hundaa’uun kan banamuufi abbaan herregichaa maallaqicha baasii taasisee fudhachuu yoo barbaadu ni fudhata.

Haalawwan Herrega Qusannaa Waadiyaah

  • Baankiin maamilichi maallaqa isaa deebisee fudhachuu wayta barbaadutti deebisee kennaaf. Maallaqa maamilichi ka’ateef itti gaafatama kan fudhatu baankicha malee maamilicha miti.
  • Baankichi maallaqa maamilichaa fedhii isaa/ishee qofaan hojii invastimantiif oolchuu danda’a.
  • Sa’aatii hojii baankichaatti sochiin baasiifi galiin cheekii qofaan raawwatmuu kan danda’an yoo ta’u, bu’aa qusannoo kan argamsiisu waan hin taaneef baay’inni galiifi baasii herega qusannoorratti jijjiiramni fidu hin jiraatu.
Haal-dureewwan Herregicha banuuf barbaachisan

    • Umriin waggaa 18 fi isaa ol ta’uu.
    • Namoota lamaafi sanaa ol ta’uu.
    • Herregicha abbummaan kan sochoofatan ta’uu.
    • Waldaalee aksiyoonaa ta’uu danda’u.
    • Kan mootummaa (gar-tokkeen kan mootummaa ta’uu) koorporeeshinoota, dhaabbilee ykn qaamolee ofiin of bulchan.
    • Waldaalee dhuunfaafi ummatummaa itti gaafatamni isaanii murtaa’e.
    • Hawaasaalee (kilaboota), waldaalee, qaamolee naannawaafi kkf.

Toora Intarneetiin Herreega Banadhaa

Deeggarsa?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Nuuf bilbilaa, 24/7

Duraanuu maamilaa?

Damee naannoo keessan jiru asitti argachuu dandeessu ykn odeeffannoo argachuuf nu qunnamuu dandeessu

App keenya yaalaa

Appii mobaayilaa baankii amaloota guutuu qabu kan daldalaa fi dhuunfaaf fayyadamuu dandeessan

May 31, 2023 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
54.3041 55.3902
GBP
64.4469 65.7358
EUR
58.2683 59.4337
AED
13.3787 13.6463
SAR
13.1039 13.3660
CHF
57.4567 58.6058

Exchange Rate
Close