Herreega Qusannoo Addaa Daa’immanii

Faayidaa keessaa muraasni

smart child

Qusannoof

Daa’imman qusannoo akka barataniif ni jajjabeessa.

Carraa Jireenya Isaaniif

Daa’immaniif carraa jireenya isaanii fuulduraaf tajaajila liqii ni argamsiisaaf

Carraa Barnootaa

Faayidaa carraa barnootaa biyya alaaf (Scholarship) haala mijeessa.

Herreega Qusannoo Addaa Daa’immanii

Herregni qusannoo daa’immanii maatiin ijoollee isaanii waggaa 18 gadi jiraniif kan bananiifiidha.

Haala itti fayyadama herrega Daa’immanii

  • Dabtara baankii qofaan kan sochoofamuudha.
  • Waggaa tokkoo ol erga qusatanii, ‘siistamni’ baankii yeroo turtii isaa tilmaama keessa galchuun dhala bankii dabalataa herregaaf (Waggoota 8,14 fi 18 yeroo ta’u jechuudha).
  • Herregichi yoo banamu daa’imni banameef guyyaa dhalaterraa kaasee hanga umurii waggaa 10 gidduu jiraniif baankichi badhaasa jajjabeessituu maallaqa dabalataa ni qusataaf.
  • Baankichi daa’imman qusannoo kanatti fayyadamaniif yeroo umriin isaanii dabalaa deemu badhaasa dabalataa ni arjoomaaf.
  • Kunis guyyoota kabaja dhalootaafi kkf maatiin (guddistootaan) kabajamuufirrtti herrega daa’immaniin maallaqa dabalataa bifa kennnaatiin akka kaawwamuuf taasisuu ni danda’a. Kanaafis baankichi waraqaa ragaa qopheessuun ni kennaaf.

Faayidaawwan Herrega Daa’immanii

  • Dhala ni argamsiisa.
  • Daa’immaniif carraa jireenya isaanii fuulduraaf tajaajila liqii ni argamsiisaaf,
  • Faayidaa carraa barnootaa biyya alaaf (Scholarship) haala mijeessa.
  • Daa’imman qusannoo akka barataniif ni jajjabeessa.

Herregicha banuuf ragaalee barbaachisan keessaa

  • Suuraa ijoollee lamaafi kan maatii lama dhiyeenyatti ka’an.
  • Waraqaa eenyummaa haaromsame.
  • Giriin kaardii.
  • Waraqaa eenyummaa mana hojii/miindeeffamaa/ (maatiif).
  • Eeyyama oofinsa konkolaataafi kkf.
Ulaagaa:

Hojimaata baniinsa  Herrega Qusannoo Addaa Daa’immanii fi sirna Baankichaan ni hordofama

Toora Intarneetiin Herreega Banadhaa

Deeggarsa?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Nuuf bilbilaa, 24/7

Duraanuu maamilaa?

Damee naannoo keessan jiru asitti argachuu dandeessu ykn odeeffannoo argachuuf nu qunnamuu dandeessu

App keenya yaalaa

Appii mobaayilaa baankii amaloota guutuu qabu kan daldalaa fi dhuunfaaf fayyadamuu dandeessan

Sep 29, 2023 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
55.2224 56.3268
GBP
64.2394 65.5242
EUR
58.5247 59.6952
AED
13.6041 13.8762
SAR
13.3217 13.5881
CHF
57.7817 58.9373

Exchange Rate
Close