Baankiin Awaash Gamoo Magaalaa Ambootti ijaaruufi
Magaalaa Finfinneefi Naannolee biyyattii gara garaa keessatti gamoo mataa isaa ijaaruun kan beekamu Baankiin Awaash, magaalaa Ambootti bu’uura lafa jalaa (Beezimantii) kan qabu gamoo ammayyawaa
Herrega kuufama addaa isiniif qabna. Fedhii keessaniif akka tolutti kan qophaa’e, maallaqa keessan nageenyaa fi tasgabbiidhaan eegachuu dandeessu
Paakeejiin oomishaa fi tajaajila faayinaansii keenyaa daldala keessan irraa bu'aa guddaa akka argattan isin gargaaruuf kan qophaa'edha.
Maallaqa keessaan herrega kuufamaa dhala hin qabneen bulchadhaa
Maallaqa keessaan herrega kuufamaa dhala hin qabneen bulchadhaa
Herreega kuufama addaa isiniif qabna. Fedhii keessaniif akka tolutti kan qophaa’e, maallaqa keessan nageenyaa fi tasgabbiidhaan eegachuu dandeessu
Herrega kuufama addaa isiniif qabna. Fedhii keessaniif akka tolutti kan qophaa’e, maallaqa keessan nageenyaa fi tasgabbiidhaan eegachuu dandeessu
Magaalaa Finfinneefi Naannolee biyyattii gara garaa keessatti gamoo mataa isaa ijaaruun kan beekamu Baankiin Awaash, magaalaa Ambootti bu’uura lafa jalaa (Beezimantii) kan qabu gamoo ammayyawaa
Hojii geggeessaan olaanaa Baankii Awaash obbo Tsaaye Shifarraa sirna dorgommii cufiinsa kalaqa hojii Qaxaleewwaniirraatti akka jedhanitti, baankichi itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa ba’uuf kalaqa hojii kan
Torbanoota darbaniif Televijinii OBN irratti Afaan Oromoon bal’inaan tamsa’aa kan ture dorgommii kalaqa carraa hojii uumuu QAXALEEWWAN jedhamu irratti dorgomtoonni calallii xumuraa ga’uun injifatan guyyaa
Baankiin Awaash rakkoo hoji dhabdumma biyya keenyaa furuu irratti gahee olaanaa ni qabaata jedhamee kan itti amanamu piroojeektii Qaxaleewwanii irratti dargaggoota hedduuf leenjii ogummaa biizinasii
Gosoonni badhaasaa sagantaa marsaa 10ffaaf qophaa’an sadarkaa 4 (Afuritti) kan qoodaman yoo ta’u badhaasni Lotorii jalqabaaf qophaa’e konkolaataa manaa ammayyaa Suuzuukii Dizaayer kan lakkoofsa Lotorii
Baankiin Awaash dhaadannoo “Itti quufinsa Maamiltootaa olaanaaf ni carraaqna” jedhuun Eebila 16, bara 2015 irraa eegalee torbee tokkoof kan turuufi torbee maamiltootaa haalaan adda ta’e