Galteefi Al-ergee

Al-ergeefi Fichisiistummaaf, Xalayaa ibasa tajaajilaa

  • Xalayaan ibsa tajaajila liqii baankiin biyya alaa maamila isaa al-ergaa/fichisiisa ta’e bakka bu’uun al-ergaa maamila Baankii misooma Itoophiyaa ta’eef kan kennamuudha.
  • Dokumantoonni barbaachisan wayita barbadamanii gaafatamanitti kan dhiyaatan ta’u.
  • Dokumantoota kaffaltiif gaafataman keessaa
  • Haala kaffaltii kanaan maamiloonni meeshaa qaama bituuf dhiyeessuuf walii galaniif wayita dhiyeessanitti kaffaltii fudhachuuf dokumantii ittiin imalchiifatan xalayaa waliin baankiif dhiyeessu.
  • Dokimentoota barbaachisan: – Nagahee hojii daldalaa, waliigaltee gurgurtaa, eeyyama daldalaa, xalayaafi waraqaa ragaa kaffaltummaa gibiraa. (Dokumantoonni kanneen biroo wayta barbaadamanitti kan dhiyaatan ta’a).
  • Kunis bittaa meeshaaf tooftaa kaffaltii bu’uraa kan ta’eefi filatamaadha. Dhiyeessaan meeshaa, meeshaa gurguruu osoo imalchiisuu hin jalqabne qaama biturraa kafaltii duraa fudhata.
  • Dokumantoota brbaachisan: – Nagahee kaffaltii duraa (telegiraamaan ykn toofta biraan kan ergame) waraqaa ibsa bittaafi gurgurtaa baankirraa kenname. (Maallaqichi maallaqa biyya alaan galii yhoo ta’e), nagahee daldalaa, waliigaltee gurgurtaa, hayyama daldalaafi waraqaa ragaa kaffaltummaa gibiraa.
Toora Intarneetiin Herreega Banadhaa

Deeggarsa?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Nuuf bilbilaa, 24/7

Duraanuu maamilaa?

Damee naannoo keessan jiru asitti argachuu dandeessu ykn odeeffannoo argachuuf nu qunnamuu dandeessu

App keenya yaalaa

Appii mobaayilaa baankii amaloota guutuu qabu kan daldalaa fi dhuunfaaf fayyadamuu dandeessan

Jun 08, 2023 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
54.3861 55.4738
GBP
64.6741 65.9676
EUR
58.2693 59.4347
SAR
13.1234 13.3859
CHF
57.3402 58.4870

Exchange Rate
Close