Abboota Aaksiyoonaa Baankii Awaash hundaaf
Baankiin Awaash Sadaasa 17, bara 2015 walgahii ariifachiisaa Abbootii Aaksiyoonaa 17ffaa gaggeesseen kaappitaala Baankichaa Birrii Biliyooni 12 irraa gara Biliyoonii 55tti akka ol guddatu murteessuun isaa ni yaadatama. Akkaatuma kanaan,