Lakkoofsa Herrega qarshii biyyatti hin deebine

  • Herregni kun kaffaltii biyya keessaa qofaaf kan ooluudha.
  • Maallaqni ergamu gara maallaqa biyya keessatti jijjiramee galii akka ta’u taasifama.
  • Baankichi haala kaffaltii dhala baankii yeroo gadi aanaa daangaa yeroo kaffaltii Baankii Biyyoolessaan ka’ameen gadi hin taaneen haala kaffaltii dhala baankii mataa isaa akka qopheeffatu ni eeyyamamaaf.
  • Herrega kana keessaa maallaqa biyya alaan baasii taasisuun hin danda’amu.
Haal-dureewwan barbaachisan

Namoonni haal-duree itti aanan kana guutan herrega diyaaspooraa fayyadamuu danda’u.

  • Lammiilee Itoophiyaa biyya keessa hin jiraanne.
  • Dhalattoota Itoophiyaa lammi biyya biraa ta’aniifi biyya keessa hin jiraanne.
  • Kaampaaniiwwan lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraataniifi dhalattoota Itoophiyaa lammummaa biyya ormaa qaban Itoophiyaab ala waggaa tokkoo oliif jiraatan.
  • Lammiilee Itoophiyaa biyyoota alaa keessa hojjetan, hojjechuuf adeemsarra jiran waggaa tokkoo oliif biyya alaa turaniifi kanaafis ragaa dhiyeeffachuu danda’an.

Toora Intarneetiin Herreega Banadhaa

Deeggarsa?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Nuuf bilbilaa, 24/7

Duraanuu maamilaa?

Damee naannoo keessan jiru asitti argachuu dandeessu ykn odeeffannoo argachuuf nu qunnamuu dandeessu

App keenya yaalaa

Appii mobaayilaa baankii amaloota guutuu qabu kan daldalaa fi dhuunfaaf fayyadamuu dandeessan

Oct 25, 2024 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
119.2055 121.5896
GBP
146.5477 149.4786
EUR
129.2543 131.8394
AED
29.3709 29.9583
SAR
28.7559 29.3311
CHF
129.6006 132.1926

Exchange Rate
Close