Herreega Piroovidant Fandii

Faayidaa keessaa muraasni

Herreega banuu

Herreegichi maqaa hojjetaa dhuunfaatiin maallaqa malee banama

Dhala

Baankichi ibsa herreegaa ji'a ji'aan bilisaan kennuu ni danda'a akkasumas dhala qusannoo onnachiiftuu dabalataan dhibbeentaa 0.5 ni qabaata

Liqii yeroo

Baankichi abbootii herregaatiif liqii yeroo hanga maallaqa herreega piroovidant fandii irratti kuufamee wajjin walqixa ta’ee kennuu ni danda’a

Herreegni kun hojjettoota miindeeffamaniif kan qophaa’edha. Herregichi hojjettotaafi manneen hojii fayyadamoo taasisa.

Haala Itti Fayyadamaafi faaydaa Herreegichaa

  • Herreegni kun ka’umsa maallaqa ittiin banan osoo hin barbaachisne kafaltii ka’umsaa malee maqaa hojjettootaan kan banamuudha.
  • Baankichi ji’a ji’aan kafaltii malee ibsawwan baankii itti fayyadama herreegichaa maamilootaaf kennuu ni danda’a.
  • Dhalli baankii herreegichaa herrega qusannoo idileerratti dhala%0.5nii dabalataan ni argamsiisa
  • Baankichi maamiloota herreega kafaltii pirovidanti fandiif tajaajila liqii hanga maallaqa herreega baankichaatti kuufamee jiruun wal qixa ta’e kennuufii ni danda’a.
  • Baankichi hanga maallaqa pirovidantii fandii kuufamee jiruun bittaa meeshaalee tajaajila mana keessaaf oolan, mana jireenyaa, konkolaataafi kanneen biroof tajaajila liqii ni kenna.
  •  
Maamiltoota ulaagaa guutan

Unkaalee isin barbaachisan

Open a Bank Account Online Today

Need more help?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Call us, we’re available daily 9AM to 11PM

Already a customer?

You can find branches near you here or contact us for information here

Try Our App

A full features banking mobile app for bussiness & personal use.

Dec 12, 2025 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD USD
151.6137 154.6460
GBP GBP
201.9858 206.0255
EUR EUR
176.4648 179.9941
JPY JPY
0.9859 1.0056
SAR SAR
42.9912 43.8510
AED AED
43.9293 44.8079
CAD CAD
108.7010 110.8750
CHF CHF
182.3811 186.0287
NOK NOK
13.5129 13.7832
DKK DKK
20.9594 21.3786
SEK SEK
13.8642 14.1415