Baankiin Awaash gamoo abbaa darbii 4 magaalaa Baalee Roobeetti ijaare eebbiseera
Finfinnee fi magaalota naannolee adda addaa keessatti gamoo mataa isaa ijaaruun kan beekamu Baankiin Awaash, gamoo ammayyaa abbaa darbii 4 Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Baalee