Herreega Qusannaa Addaa Barattootaa

Faayidaa keessaa muraasni

student saving account

Tajaajila Bilisaa

Kaardiin ATM kafaltiirraa biliisaan ni qophaa’af.

Liqii Barnoota Olaanaa

Hordoffii barnoota olaanaa gara fuulduraatiif tajaajila liqii ni argamsiisa.

Herregichi barattoota yeroo isaanii guutuu mana barnootaa keessatti dabarsan maallaqa daddabarfachuuf akka isaan dandeessisuufi barnoota isaanii olaanaa gara fuulduraatti hordofaniif akka qusataniif yaadamuun kan qophaa’efiidha.

Haala Itti Fayyadama Herrega Qusannoo addaa Barattootaa

  • Herregichi dabtara baankiitiinis ta’ee dabtara malee socho’uu ni danda’a.
  • Herrega kamuu keessaa daddabarsa maallaqaa gara herrega barataa Baankii Awashitti taasifamuuf jajjabeessituun (boonasiin) maallaqaa ni kennamaaf.
  • Herregni kun barattoota gara barnoota sadarkaa olaanaatti darbaniif tajaajilli liqii qo’annoofi qorannoofi kkf akka mijaa’uuf ni gargaara.
  • Kanneen barnoota sadarkaa olaanaa hordofuuf bakka jijjiirataniifis itti fayyadamaaf akka mijaa’uuf herrega isaanii gara damee Baankii Awaash itti dhiyaatutti naanneffachuu ni danda’a.

Faayidaawwan Herrega Qusannoo Addaa Barattootaa

  • Dhala baankii idilee ni argamsiisa.
  • Hordoffii barnoota olaanaa gara fuulduraatiif tajaajila liqii ni argamsiisa.
  • Kaardiin ATM kafaltiirraa biliisaan ni qophaa’af.

Herrega kana banuuf ragaalee barbaachisan

  • Waraqaa eenyummaa Yuunvarsiitii qofa.
Requirement

Student solution account opening procedures and formalities of the Bank will be followed.

 

Open a Bank Account Online Today

Need more help?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Call us, we’re available daily 9AM to 11PM

Already a customer?

You can find branches near you here or contact us for information here

Try Our App

A full features banking mobile app for bussiness & personal use.

Jan 17, 2026 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD USD
152.0361 155.0768
GBP GBP
205.9102 210.0284
EUR EUR
179.9911 183.5909
JPY JPY
0.9860 1.0057
SAR SAR
43.0286 43.8892
AED AED
43.9667 44.8460
CAD CAD
108.7970 110.9729
CHF CHF
182.5411 186.1919
NOK NOK
13.5236 13.7941
DKK DKK
20.9780 21.3976
SEK SEK
13.8775 14.1551