Tajaajila Baankii Dhaabbilee Maayikiroo Faayinaansii 

Faayidaa keessaa muraasni

Micro Finance Institutions (MFIs)

Easy requirements:Requirements for MFI to get a loan are simplified and easy to be fulfilled. Reaching a new segment of clients with additional funds Flexible Access funding and repayment arrangement Decrease operating costs of obtaining funds Overcome regulatory constraints of deposit taking Expand its operations and increase profitability Access to expertize

To the Community  

Helps unbanked community to get access to formal financial services Increase income of households and solve unemployment problems. Improves saving cultures and living standard of the community. Helps to eradicate poverty.

Tajaajila Baankii Dhaabbilee Maaykiroo Faaynaansiif

Waggoota 20’n darbaniif dhaabbileen maaykiroo faaynaansii fedhii hawaasichaa guutuuf tajaajila isaanii babal’isaa turaniiru. Baankiin Awaashis kana bu’ureeffachuun fedhii dhaabbilee kanaa qorachuun tajaajila industirii dhaabbilee maaykiroo faaynaansii jijjiiiruuf dandeessisan dhiyeessuurratti argama. Tajaajilawwan kunneen paakeejiin kan dhiyaatan ta’ee, herrega qusannoo, liqii, kafaltii miindaafi pirovidanti fandii, tajaajila baankii bakka bu’iinsa waliin hojjechuufi kkf kan dabalatuudha.

Faayidaa Tajaajilichaa

  • Dhaabbilee maaykiroo faynaansiif oola.
  • Hawaasaaf tajaajila bal’aa kennuuf oola.
  • Tajaajila liqii hojjettoota maaykiroo faaynaansiif.
  • Maamiloota maaykiroo faaynansiif tajaajila herrega qusannoo kennuuf gargaara.

Fayyadamtoota Herrega kanaa

Fayyadamtonni liqiifi tajaajila walqabatoo herrega kanaa dhaabbilee maaykiroo faaynaansii Itoophiyaa keessa karaa seera qabeessa ta’een galmaa’anii socho’aniidha.

Fayyadamtoota Herrega kanaa

Fayyadamtonni liqiifi tajaajila walqabatoo herrega kanaa dhaabbilee maaykiroo faaynaansii Itoophiyaa keessa karaa seera qabeessa ta’een galmaa’anii socho’aniidha.

Unkaalee isin barbaachisan

Toora Intarneetiin Herreega Banadhaa

Deeggarsa?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Nuuf bilbilaa, 24/7

Duraanuu maamilaa?

Damee naannoo keessan jiru asitti argachuu dandeessu ykn odeeffannoo argachuuf nu qunnamuu dandeessu

App keenya yaalaa

Appii mobaayilaa baankii amaloota guutuu qabu kan daldalaa fi dhuunfaaf fayyadamuu dandeessan

Sep 21, 2023 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
55.1948 56.2987
GBP
65.1720 66.4754
EUR
59.0308 60.2114
AED
13.5981 13.8701
SAR
13.3154 13.5817
CHF
58.7571 59.9322

Exchange Rate
Close