Ijaaraa (Liizii)

Ijaaraah

Ijaaraah qabeenya maamilichi barbaadu baanikichi biteefii itti kireessuun maamilichi qabeenya kireeffate sana kiraan itti fayyadamaa dhumarratti kafaltii gatii qabeenyicha bifa kiraatiin kaffalee yoo xumuru qabeenyicha kan isaa kan itti taasifatuudha.

 

Seerawwan bu’uraa ijaaraah

  • Qabeenyichi hanga kafaltiin bifa kiraatiin kaffalamu xumuramutti abbummaan qabeenyichaa kan baankichaati.
  • Daangaan yeroo kiraa ifaan ka’ama.
  • Yeroon kiraa kan jalqabamu guyyaa qabeenyichi kireeffamuu jalqaberraa kaaseeti.

Toora Intarneetiin Herreega Banadhaa

Deeggarsa?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Nuuf bilbilaa, 24/7

Duraanuu maamilaa?

Damee naannoo keessan jiru asitti argachuu dandeessu ykn odeeffannoo argachuuf nu qunnamuu dandeessu

App keenya yaalaa

Appii mobaayilaa baankii amaloota guutuu qabu kan daldalaa fi dhuunfaaf fayyadamuu dandeessan

Sep 21, 2023 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
55.1948 56.2987
GBP
65.1720 66.4754
EUR
59.0308 60.2114
AED
13.5981 13.8701
SAR
13.3154 13.5817
CHF
58.7571 59.9322

Exchange Rate
Close