Baankii Intarneetii

Intarneet Baankii Tajaajila baankii maamilonni ‘appilikeeshiniin’ itti fayyadamaniidha. Appilikeeshinichi kompiwutera (deski tooppii), laaptooppii, taableetii, mobaayiliirratti fe’uun fayyadamuun ni danda’ama.

Tajaajila Baankii Intarneetiin kennaman

  • Haftee maallaqa herregaa beekuu.
  • Kaffaltiiwwan beekuu.
  • Herrega sochoosuu.
  • Herrega ofii to’achuu.
  • Herrega galiifi baasii beekuuf.
  • Kaffaltiiwwan raawwatachuuf.
  • Herrega ofii gidduutti maallaqa daddabarfachuuf.
  • Maallaqa daddabarsuuf:- Tartiiba armaan gadii kana hordofuun herrega kamittuu maallaqa dabarsuuf ni tajaajila.
  • Daddabarsa maallaqa baankii.
  • Gara waaleetiitti dabarsuu.
  • Ajajawwan:- gochawwan itti aanan kana rawwachuun ni danda’ama.
  • Haala herregni keessan irra jiru beekuu:-
  • Haala galiifi baasii maallaqaa beekuuf.
  • Haala meeshaafi appilikeeshinii itti fayyadamanii beekuu.
Toora Intarneetiin Herreega Banadhaa

Deeggarsa?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Nuuf bilbilaa, 24/7

Duraanuu maamilaa?

Damee naannoo keessan jiru asitti argachuu dandeessu ykn odeeffannoo argachuuf nu qunnamuu dandeessu

App keenya yaalaa

Appii mobaayilaa baankii amaloota guutuu qabu kan daldalaa fi dhuunfaaf fayyadamuu dandeessan

May 31, 2023 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
54.3041 55.3902
GBP
64.4469 65.7358
EUR
58.2683 59.4337
AED
13.3787 13.6463
SAR
13.1039 13.3660
CHF
57.4567 58.6058

Exchange Rate
Close