Luusii, Herreega Qusannaa Addaa Dubartootaa

Akka Mijaa’efitti Qusachuu

Dubartoonni maamiloota keenya ta’an maallaqa argatan haala fedhii isaaniifi akka mijaa’efitti qusachuun itti fayyadamuu danda’u.

Tajaajila baankii salphisa

Tajaajilli baankii akka salphatuuf taasisa.

Qusannoo Haala Salphaa Ta'een

Herreega qusannoo haala salphaa ta’een baasii tajaajilaa xinnaan sochofamuudha.

Dubartoonni Akka of Danda’an Deggaruuf

Herreegichi dubartootaaf aadaa qusannoo kan gabbisuufi dubartoonni akka of danda’an deggaruuf jajjabeessituuwwan tokko tokko kan itti argataniidha.

Qusannoo Addaa Daa’immanii Smart Children

Herreega qusannoo addaa ‘Ismart Children’ kafaltiirraa bilisaa banuun sochoosuuf dandeessisa.

Tajaajila Salphaa fi Mijataa Qabu

Tajaajila salphaa, Mijataafi dhaqqabamummaa qabu-Maamiloonni herreega isaanii Awash Birriifi tooftaa biroo baankichi mijeesseen, yeroofi bakka fedhanitti sochoosuu danda’u (24/7).

Baankii Dhal-Malee

Dhala baankii fooyya’aa argamsiisa.

Tajaajila Faayinaansii Bilisaa

Tajaajila faayinaansii bilisaan kennamu.

Herregicha Banuuf

Herregicha banuuf maallaqa xinnaa kan gaafatuudha.

Luusii, Herreega Qusannaa Addaa Dubartootaa

Dhimmi itti fayyadama tajaajila faaynaansii dubartootaa misoomni, guddinniifi jijjiiramni dinagdee dhimma murteessaadha. Kanumarraa ka’uun Baankiin Awaash herrega qusannoo addaa ‘Luusii’ dubartootaaf jedhu hojiirra oolcheera.

Haalli itti fayyadama herrega kanaa

  • Dubartonni haala dinagdee kamirratti argaman jireenyi isaanii akka fooyya’uuf tajaajila qusannoofi kanneen biroo akka argataniif yaaddamee kan qophaa’edha.
  • Dabtara baankiifi dabtara malee fayyadamuu dandeessisa.

Fayyadamtoota Herrega Addaa Luusii

Ulaagaa gadi aanaa baankichaa kan guutaniifi umuriin waggaa 18 if isaa ol kan ta’an hunduu banachuu danda’u.

Faayidaawwan Herrega Addaa Luusii

  • Dubartoonni maamiloota keenya ta’an maallaqa argatan haala fedhii isaaniifi akka mijaa’efitti qusachuun itti fayyadamuu danda’u.
  • Tajaajilli baankii akka salphatuuf taasisa.
  • Herrega qusannoo haala salphaa ta’een baasii tajaajilaa xinnaan sochofamuudha.
  • Herregichi dubartootaaf aadaa qusannoo kan gabbisuufi dubartoonni akka of danda’an deggaruuf jajjabeessituuwwan tokko tokko kan itti argataniidha.
  • Faayidaawwan herrega kanarraa argataniin alattis baay’inni sochii herregichaa hin daangeffamu.
  • Tajaajila salphaa, Mijataafi dhaqqabamummaa qabu-Maamiloonni herrega isaanii Awash Birrii fi tooftaa biroo baankichi mijeesseen, yeroofi bakka fedhanitti sochoosuu danda’u (24/7).
  • Dhala baankii fooyya’aa argamsiisa.
  • Herregicha banuuf maallaqa xinnaa kan gaafatuudha.
  • Tajaajila faayinaansii bilisaan kennamu.
  • Herrega qusannoo addaa ‘Ismart Children’ kafaltiirraa bilisaa banuun sochoosuuf dandeessisa.
Herreegicha banuuf

  • Suuraa yeroo dhiyoo lama,
  • Waraqaa eenyummaa gandaa haaromsame,
  • Paaspoortii haaromsame,
  • Waraqaa eenyummaa lammummaa ibsu,
  • Waraqaa ragaa miindeffama hojii ibsu,
  • Waraqaa eenyummaa Yuunvarsiitii,
  • Eeyyama ofiinsa konkolaataa

Sanadoota Barbaachisan

  • Suuraalee paaspoortii yeroo dhiyoo lama .
  • Teessoo fi sanadoota ragaa eenyummaa sirrii ta’an

Toora Intarneetiin Herreega Banadhaa

Deeggarsa?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Nuuf bilbilaa, 24/7

Duraanuu maamilaa?

Damee naannoo keessan jiru asitti argachuu dandeessu ykn odeeffannoo argachuuf nu qunnamuu dandeessu

App keenya yaalaa

Appii mobaayilaa baankii amaloota guutuu qabu kan daldalaa fi dhuunfaaf fayyadamuu dandeessan

May 31, 2023 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
54.3041 55.3902
GBP
64.4469 65.7358
EUR
58.2683 59.4337
AED
13.3787 13.6463
SAR
13.1039 13.3660
CHF
57.4567 58.6058

Exchange Rate
Close