Maal isin gargaarru?

personal banking

Awash Birr

Simple and convenient to use mobile banking system. You can check your account balance, transfer money, send and receive payments, pay bills with it.

Awash birr

E-Banking

Is browser based application provided to bank’s customers to access banking information

SME

SME Banking

Awash Bank offers a unique bouquet of innovative products and services that help small and medium business.

interest free banking

Interest Free Banking

Awash Bank offers a unique bouquet of innovative products and services that help individuals manage...

Travel the world with Awash

Our financial product and service packages are designed to help you get the most from your business.

Awash Bank

International Banking

Awash Bank offers international banking that suit your personal and business needs.

Lucy_P_02

Luusii, Herreega Qusannoo Addaa Dubartootaa

Dhimmi itti fayyadama tajaajila faaynaansii dubartootaa misoomni, guddinniifi jijjiiramni dinagdee dhimma murteessaadha.

Awash Bank-9839

Herreega Qusannoo Addaa Barattootaa

Herregichi barattoota yeroo isaanii guutuu mana barnootaa keessatti dabarsan maallaqa daddabarfachuuf akka isaan dandeessisuufi barnoota isaanii olaanaa gara fuulduraatti..

Awash Bank-smart child

Herreega Qusannoo Daa’immanii

Herregni qusannoo daa’immanii maatiin ijoollee isaanii waggaa 18 gadi jiraniif kan bananiifiidha.

elders

Herreega Qusannoo Addaa Manguddootaa

Herregni Qusannoo addaa manguddootaa tajaajila namoota gurguddaa umriin isaanii waggaa 55fi isaa ol ta’eef kan banamuudha.

Herreega Qusannaa Invastimantii

Herregni kun maamiloonni galii idilee ji’aa qaban ji’a ji’aan qusannoo idileen akka qusataniif kan qophaa’eefi dhala baankii olaanaa kan argamsiisu yoo ta’u, ji’atti al-tokko kan itti qusatamu turtii waggaa 1 hanga 10 qofa kan qabaatuudha.

Herreega kafaltii Cheekii

Herregni kun herrega qusannoofi socho’aa walitti dabaluun banamuu danda’a. Herrega kana banuuf haaldureewwan baankichaan kaa’aman hojiirra ni oolu.

Tour

Tajaajila Faayinaansii Dhaabbilee Imalaafi Daawwachiisotaaf

Dameen Induustirii faayidaan ijaarsa diinagdee biyyaaf qabu hojilee haaraa uumuun kan wal qabate, hoji-dhabdummaa hir’isuuf akkasumas oomishaafi oomishtummaa, dhiyeessii tajaajilaa guddisuuf kan gargaaru ta’uun beekamaadha.

MFI

Tajaajila Baankii Dhaabbilee Maayikiroo Faayinaansiif

Waggoota 20’n darbaniif dhaabbileen maayikiroo faaynaansii fedhii hawaasichaa guutuuf tajaajila isaanii babal’isaa turaniiru. Baankiin Awaashis kana bu’uureffachuun fedhii dhaabbilee kanaa qorachuun tajaajila industirii dhaabbilee maayikiroo faayinaansii jijjiiruuf dandeessisan dhiyeessuurratti argama.

religion

Paakeejii Tajaajila Faayinaansii Dhaabbilee Amantii

Yeroo ammaa dhaabbileen amantaa sochii hojii amantaarratti taasisanitti dabaluun sochiiwwan diinagdee adda addaa keessatti hirmaachaa jiru.

Corporate_01

Paakeejii Tajaajiloota Namoota Dhuunfaa Qabeenya Guddaa qaban

Baankiin Awaash maamiloota isaa sadarkaa adda addaatti qoodee jira. Kunis kan barbaachiseef fedhi namoota beekamtii olaanaa qabanii hubachuun tajaajila barbaachisu adda baasuun qopheesseera.

Awash Bank-9881

Tajaajila Qusannoo Barattootaa Waadiyaa

Tajaajila qusannoo Waadiyaa tajaajila qusannoo seera Shari’aa Islaamummaan qophaa’edha. Abbaan herreegichaa maallaqa herreega baankii yoo kaawwatu baankichi nageenyummaa maallaqichaa mirkaneessuuf itti gaafatama fudhatee kaa’aaf. Maamilichis wayita barbaadutti baasii taasisuun ni kennamaaf

Awash-Bank-9704.webp

Herreega Socho’aa Waadiyaa

Herreegni qusannoo Waadiyaa, herreega socho’aafi herreega cheekii jedhamee kan beekamu yoo ta’u, maamiltoota barataniin kan banamuufi dhala baankii kan hin qabnedha. Herreegichi wal amataarratti hundaa’uun kan banamuufi abbaan herreegichaa maallaqicha baasii taasisee fudhachuu yoo barbaadu ni fudhata

Awash Bank-0001

Herreega Qusannoo Mudaarabaa

Walitti dhufeenya maamilummaa maamilichaafi baankicha gidduun maamilichi maallaqa isaa yoo kaawwatu baankichi maallaqicha haala seera Shari’aa eegeen hojii biizinasii ittiin hojjeta. Bu’aas ta’ee kisaaraan yoo jiraate akkaataa walii galtee qaamolii lamaaniin kan waliin qooddatan ta’a

Awash birr

Herreega Idilee

Herreegni kun dhala baankii kan argamsiisu yoo ta’u, walii galtee daangaa yeroo raawwiin kan banamudha. Yeroon raawwii isaa gadii aanaan ji’a sadidha. Herreegicha banuuf maallaqa armaan olitti ibsamaniin yoo ta’e haala doolaaraa Ameerikaa 5’n wal qixa ta’een herreegichi banama” kan jedhuun bakka haa bu’u.

Herreega Socho’aa

Herreega baankii cheekiif dursanii ajajuun socho’udha. Herreegichi yeroo kamuu cheekiin ykn dursanii ajajuun socho’uu danda’a. Herreegichi doolaara Ameerikaa 100’n ykn maallaqa olitti eerameen wal gitun banamuu ni danda’a. Maamiloota biyya alaa...

Herreega Kaffaltii Biyya Keessaa

Herreegni kun kaffaltii biyya keessaa qofaaf kan ooludha. Maallaqni ergamu kun gara maallaqa biyya keessaatti jijjiiramee galii akka ta’u taasifama.Baankichi haala kaffaltii dhala baankii yeroo gadi aanaa daangaa yeroo kaffaltii Baankii ..

SME

Al-ergeefi Al-galchee

Xalayaan ibsa tajaajila liqii baankiin biyya alaa maamila isaa al-ergaafi al-galchaa ta’e bakka bu’uun al-ergaa maamila Baankii misooma Itoophiyaa ta’eef kan kennamudha.

Maallaqa ergamu

Maallaqa keessan biyya alaa ykn baargamaa karaa Baankii Awaash dabarsuu

Liqii meeshaalee daldalaa

Liqiin bittaa meeshaa, meeshaa gatii madalawaan bitamuuf baatilee muraasa qofaaf meeshicha akka wabummaatti qabachuun liqii kennamudha

Kaardii isiniif ta'u filadhaa

Awash card credit card

Kaardii Debiit Awaash

Nama Baankii Awaash keessa lakkoofsa herregaa qabuuf kaardii qophaa'ee jira.

Awash prepaid card

Kaardii Kaffaltii Duraa

Kaardii dursee kaffalamu fayyadamaa maallaqa duraan kaardii irratti fe'attaan baasii godhadhaa

Amanah card

Kaardii Amaanaa

Amaanah kaardii ATM yoo ta'u, baankii dhala irraa bilisa ta'eef qophaa'edha.

CO-BRANDED CARD SHEBA MILES-01

Kaardii Sheebaa Maayil

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa fi Baankii Awaash Carraa addaa isiniif dhiyeesse dha.

Dameewwan
0 +
ATM
0 +
Hojjettoota
0 +

Baankii Awaash – Baankii adda duree Itoophiyaa

A tailor made service package that will fit any of your need

Apr 16, 2024 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
56.7732 57.9087
GBP
67.7242 69.0787
EUR
60.5316 61.7422
AED
13.9904 14.2702
SAR
13.6962 13.9701
CHF
59.4044 60.5925

Exchange Rate
Close