Injifattoonni Dorgommii Qaxaleewwanii badhaasa isaanii fudhataniiru
Baankiin Awaash rakkoo hoji dhabdumma biyya keenyaa furuu irratti gahee olaanaa ni qabaata jedhamee kan itti amanamu piroojeektii Qaxaleewwanii irratti dargaggoota hedduuf leenjii ogummaa biizinasii kennuudhaan alatti torbeewwan hedduuf foddaa […]
Baankiin Awaash sagantaa Lotorii Awaashitti qusadhaa, Awaashiin fudhadhaa badhaafamaa marsaa 10ffaa maamiltoota isaatiif qopheesse kennee jira.
Gosoonni badhaasaa sagantaa marsaa 10ffaaf qophaa’an sadarkaa 4 (Afuritti) kan qoodaman yoo ta’u badhaasni Lotorii jalqabaaf qophaa’e konkolaataa manaa ammayyaa Suuzuukii Dizaayer kan lakkoofsa Lotorii 00021413447 qabu yoo ta’u Obbo […]
Baankiin Awaash dameelee isaa hundatti Torbee Maamiltootaa kabajaa jira
Baankiin Awaash dhaadannoo “Itti quufinsa Maamiltootaa olaanaaf ni carraaqna” jedhuun Eebila 16, bara 2015 irraa eegalee torbee tokkoof kan turuufi torbee maamiltootaa haalaan adda ta’e kabajaa jira. Sirna eegalchiisu torbee […]
Baankiin Awaash Maamiltoota Islaamaa isaatiif sagantaa Faxaraa qopheesse
Baankiin Awaash hordoftoota amantii Islaamaa hundaaf hawwii gaarii qabu ibsuufi maamiltoota isaa waliin tumsa qabu mirkaneessuuf sirna faxaraa waloo Hooteela Sharaaten Addisitti gaggeessee jira. Sagantaa kana irratti Hoji Gaggeessaa Olaanaa […]
Baankiin Awaash walgayii hoggansaa walakkaa waggaa gaggeesse.
Baankiin Awaash gamaggama raawwii hojii ji’a jahaa bara A.L.A bajataa 2022/23, Amajjii 26, 2023 Hoteela Iskaay Laayit Itoophiyatti gaggeessee jira. Hojii gaggeessaa olaanaan Baakii Awaash, Obbo Tsahaay Shifarraa haasaa baninsaa […]
Herrega Qusannaa (Saving Account)
Tajaajilawwan Baankii Awaash kennu keessaa Herrega Qusannaa Addaa (Special Depost Acount) Herregni qusannoo dhala baankii kan argamsiisu yoo ta’u, namoonni dhuunfaa, dhaabbileen, waldaaleefi kkf banachuun kan itti fayyadamaniidha.