Afaan Oromoo News

Baankiin Awaash piroojeektii Qaxaleewwan marsaa 2ffaa ifoomse

Baankiin Awaash itti gaafatamummaa hawaasummaa dhaabbataa isaa haalaan bahachuuf jecha piroojeektii kalaqa hojii kalaqxootaafi dargaggoota jajjabeessuuf oolu akkasumas deeggarsa maallaqaa taasisuuf kan isa dandeessisu ifoomsee jira.Sagantaa baninsaa marsaa 2ffaa Qaxaleewwanii kana irratti Hoji Gaggeessaan Olaanaa Baankichaa obbo Tsahaay Shifarraa akka jedhanitti dargaggoonniifi shamarran yaada kalaqaa qaban carraa kana fayyadamuun guddina biyyattii keessatti ashaaraa mataa isaanii […]

Baankiin Awaash Walgahii Hoggansaa kan bara 2022/23 gaggeesse

Baankiin Awaash walgahii hoggansaa kan bara 2022/23 Finfinnee Hooteela Iskaaylaayititti Adoolessa 28fi 29 bara 2015 gaggeessee jira. Hoji gaggeessaan Olaanaa baankichaa Obbo Tsahaay Shifarraa haasaa baninsaa taasisan irratti akka jedhanitti baankichi bara darbe kana keessa bu’aa haalaan quubsaa ta’e kana galmeessise balaa akka tasaa uumamuu danda’u to’achuuf tarsimoo baafate hordofee hojiirra oolchuudhaani jedhan. Baankiin Awaash […]

Hojjettoonni Baankii Awaash fi Inshuraansii Awaash biqiltuu dhaaban!

Hojjettoonni Baankii Awaashiifi Inshuraansii Awaash guyyaa hardhaa, Adoolessa 1, bara 2015 Ashaaraa Magariisaa Marsaa 5ffaaf gaggeeffamaa jiruu irratti Waajjira Miidhaginaafi Misooma Magariisaa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee waliin ta’uun biqiltuu kuma digdama (20, 000) Paarkii ICT keessa dhaabuun ashaaraa magariisaa isaanii kaa’anii jiru.Itti gaafatamummaa hawaasummaa dhaabbataa bahachuu dhaabbileen kunneen baldhinaan itti hirmaatan keessaa tokko kan […]

Baankiin Awaash Gamoo Magaalaa Ambootti ijaaruufi

Magaalaa Finfinneefi Naannolee biyyattii gara garaa keessatti gamoo mataa isaa ijaaruun kan beekamu Baankiin Awaash, magaalaa Ambootti bu’uura lafa jalaa (Beezimantii) kan qabu gamoo ammayyawaa abbaa darbii torbaa (7) ijaaruuf muuxannoo ijaarsaa olaanaa kan qabu dhaabbata ijaarsaa Masaay Olii jedhamu faana walii galtee mallatteessee jira.Ijaarsi gamoo haaraa damee baankii Awaash magaalaa Amboo kun surraa gaarii […]

Baankiin Awaash kalaqa hojii jajjabeessuuf cimee kan hojjetu ta’uu ibse

Hojii geggeessaan olaanaa Baankii Awaash obbo Tsaaye Shifarraa sirna dorgommii cufiinsa kalaqa hojii Qaxaleewwaniirraatti akka jedhanitti, baankichi itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa ba’uuf kalaqa hojii kan jajjabeessuufi deggersa faayinaansii taasisuuf jecha pirojektii haaraa Qaxaleewwan kan jedhu dorgommii kalaqa hojii qophaa’uu isaa ibsuun, baankiin keenya guddina biyyaaf kan fayyadu yaada kalaqa hojii haaraa kanneen qaban garuu sababa […]

Injifattoonni Dorgommii Qaxaleewwanii badhaasa isaanii fudhataniiru

Torbanoota darbaniif Televijinii OBN irratti Afaan Oromoon bal’inaan tamsa’aa kan ture dorgommii kalaqa carraa hojii uumuu QAXALEEWWAN jedhamu irratti dorgomtoonni calallii xumuraa ga’uun injifatan guyyaa har’aa badhaafaman.Baankiin Awaash kalaqa carraa hojii uumuu jajjabeessuuf sagantaa kana kan eegale yoo ta’u, murtii abbootii seeraan dorgomtoota sadarkaa 1ffaa – 6ffaa ba’aniif tokkoon tokkoon isaaniif badhaasni addaa kennameera. Kunis […]

Page 2 of 4
1 2 3 4

Mar 28, 2024 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
56.6139 57.7462
GBP
68.2965 69.6624
EUR
61.3298 62.5564
AED
13.9500 14.2290
SAR
13.6595 13.9327
CHF
59.6955 60.8894

Exchange Rate
Close