Baankiin Awaash Maamiltoota Islaamaa isaatiif sagantaa Faxaraa qopheesse
Baankiin Awaash hordoftoota amantii Islaamaa hundaaf hawwii gaarii qabu ibsuufi maamiltoota isaa waliin tumsa qabu mirkaneessuuf sirna faxaraa waloo Hooteela Sharaaten Addisitti gaggeessee jira. Sagantaa kana irratti Hoji Gaggeessaa Olaanaa Baankii Awaash, obbo Tsahaay Shifarraa, Gorsitoonni Shariyaa Baankii Awaash, Hoji gaggeessitoonni Olaanoo Baankichaafi keessummoonni affeeraman kan argaman yoo ta’u Baankichi tajaajila Baankii Dhal-Malee Awaash Seera […]
Baankiin Awaash walgayii hoggansaa walakkaa waggaa gaggeesse.
Baankiin Awaash gamaggama raawwii hojii ji’a jahaa bara A.L.A bajataa 2022/23, Amajjii 26, 2023 Hoteela Iskaay Laayit Itoophiyatti gaggeessee jira. Hojii gaggeessaa olaanaan Baakii Awaash, Obbo Tsahaay Shifarraa haasaa baninsaa taasisaniin, baankichi ji’oota jahan darban keessatti kallattii hundaan raawwii jajjabeessaafi abdachiisaa galmeessisuu isaa ibsaniiru. Kanumaan wal qabatee, Rijinootaafi dameelee ji’oota jahan darban kana keessatti akkaataa […]
Herrega Qusannaa (Saving Account)
Tajaajilawwan Baankii Awaash kennu keessaa Herrega Qusannaa Addaa (Special Depost Acount) Herregni qusannoo dhala baankii kan argamsiisu yoo ta’u, namoonni dhuunfaa, dhaabbileen, waldaaleefi kkf banachuun kan itti fayyadamaniidha.
ግሎባል ፋይናንስ የየአገሮች ምርጥ ባንኮችን ምርጫ ይፋ ባደረገው መሰረት አዋሽ ባንክ ከኢትዮጵያ በብቸኝነት መመረጡ የሚታወስ ሲሆን የዕውቅና ሽልማቱን በአሜሪካ በዋሽንግተን ዲሲ በተዘጋጀው ሥነ-ሥርዓት ላይ ተበርክቶለታል፡፡
ይህ የእውቅና ሽልማት የተገኘው ክቡራን ደንበኞቻችን በባንካችን ላይ ባላችሁ እምነት እና ከኛ ጋር ስለሰራችሁ ስለሆነ በዚሁ አጋጣሚ ለውድ ደንበኞቻችን የላቀ ምስጋናችንን እያቀረብን ለወደፊቱም በበለጠ ደረጃ ልናገለግላችሁ ዝግጁ መሆናችንን እንገልፃለን፡፡ እናመሰግናለን!አዋሽ ባንክ!