Tajaajilawwan Baankii Awaash kennu keessaa

Herrega Qusannaa Addaa (Special Depost Acount)

  1. Herrega Qusannaa (Saving Account)   

Herregni qusannoo dhala baankii kan argamsiisu yoo ta’u, namoonni dhuunfaa, dhaabbileen, waldaaleefi kkf banachuun kan itti fayyadamaniidha.