Baankiin Awaash Maamiltoota Islaamaa isaatiif sagantaa Faxaraa qopheesse
Baankiin Awaash hordoftoota amantii Islaamaa hundaaf hawwii gaarii qabu ibsuufi maamiltoota isaa waliin tumsa qabu mirkaneessuuf sirna faxaraa waloo Hooteela Sharaaten Addisitti gaggeessee jira. Sagantaa