Baankiin Awaash piroojeektii Qaxaleewwan marsaa 2ffaa ifoomse
Baankiin Awaash itti gaafatamummaa hawaasummaa dhaabbataa isaa haalaan bahachuuf jecha piroojeektii kalaqa hojii kalaqxootaafi dargaggoota jajjabeessuuf oolu akkasumas deeggarsa maallaqaa taasisuuf kan isa dandeessisu ifoomsee