Baankiin Awaash kalaqa hojii jajjabeessuuf cimee kan hojjetu ta’uu ibse
Hojii geggeessaan olaanaa Baankii Awaash obbo Tsaaye Shifarraa sirna dorgommii cufiinsa kalaqa hojii Qaxaleewwaniirraatti akka jedhanitti, baankichi itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa ba’uuf kalaqa hojii kan