Sagantaa dorgommii Qaxaleewwanii Teleevizyiiniidhaan
Hawwii guddaadhaan kan eegamuufi dorgomtoonni yaada Kalaqa isaanii kan itti dhiyeessan sagantaan dorgommii Qaxaleewwanii Dilbata sa’aa 8:00 irraa eegalee Televizhinii Faanaan, akkasuman Dilbata sa’aa 12:00 eegalee Televizhinii OBN irratti tamsa’uu eegala! Akka isin hin dabarre!
Baga Gammaddan! Baga Gammanne!
Akkaataa Barruun Gilobaal Faayinaansii baankota filatamoo addunyaa marsaa 31ffaa beeksiseen, filannicha irratti baankota biyyoota Afrikaa 36 hirmaatan keessaa Baankiin Awaash qofummaan baankii filatamaa Itoophiyaa ta’uun yeroo 3ffaaf walitti aansee filatamuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan yaa’ii waliigalaa Dhaabbanni Maallaqa Adduunyaa (IMF) fi Baankiin Adduunya (WB) Ameerikaa, Magaalaa Waashingitan Diisiitti gaggeessan irratti Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Baankii […]
Sagantaan Ashaaraa magariisaa Baankii Awaash fi Dhaabbata Inshuraansii Awaash gaggeeffameera
Hojjettoonni dhaabbilee obbolaa Baankii Awaash fi Inshuraansii Awaash Hagayya 11, 2016 Aaskoo naannoo Warshaa Burcuqootti biqiltuu kuma 20 marsaa 6ffaaf dhaabuun Ashaaraa magariisaa isaanii kaa‘aniiru. Hojiiwwan dhaabbileen obbolaa kunneen sagantaa itti gaafatamummaa hawaasummaa isaanii bahachuu keessatti bal’inaan hirmaatan keessaa tokko hojii eegumsa naannoo deeggaruun, dhaabbilee faayinaansii dhuunfaa misoomaa fi guddina diinagdee biyya keenya waggoota 30n […]
gamaggama raawwii hojii bara 2023/24
Miseensonni hooggantoota Baankii Awaash gamaggama raawwii hojii bara 2023/24 fi kallattii karoora hojii gara fuulduraa mari’achuu irratti mari’atan
Baga Gammaddan! Baga Gammanne!
Baankiin Awaash baankii filatamoo addunyaa keessaa tokko ta’uun biyya Itoophiyaa irraa yeroo sadaffaaf walitti aansee filatame! Akkaataa Barruun Gilobaal Faayinaansii baankota filatamoo addunyaa fi kan biyyootaa marsaa 31ffaa beeksiseen, filannoo irratti biyyoota Afrikaa hirmaatan 36 keessaa Baankiin Awaash baankii filatamaa Itoophiyaa ta’uun yeroo 3ffaaf walitti aansee filatamee jira. Filannoon bara 2024 kan baankota biyyoota 150 […]