Baga Gammaddan! Baga Gammanne!
Baankiin Awaash baankii filatamoo addunyaa keessaa tokko ta’uun biyya Itoophiyaa irraa yeroo sadaffaaf walitti aansee filatame! Akkaataa Barruun Gilobaal Faayinaansii baankota filatamoo addunyaa fi kan

Baankiin Awaash carraa gabaan kaappitaalaa Itiyoophiyaa dhaabbilee faayinaansiitiif qabu irratti hundaa’uun ibsa gaazexeessitootaaf Bitootessa 21, 2016 waajjira muummee baankichaatti kenneen bitachuu isaa beeksise.Hojii gaggeessaan olaanaa
Tajaajila baankii ammayyaa teeknooloojii ammayyaatiin deeggaramuun qaqqabummaa isaa babal’isaa kan jiru Baankiin Awaash, Maastarkaard waliin ta’uun, sirna eebbaa har’a waajjira muummee baankichaatti gaggeeffame irratti, teeknooloojii
Finfinnee fi magaalota naannolee adda addaa keessatti gamoo mataa isaa ijaaruun kan beekamu Baankiin Awaash, gamoo ammayyaa abbaa darbii 4 Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Baalee
Haaluma waliigaltee kanaan kaffaltii tajaajila humna ibsaa filannoowwan kaffaltii Baankii Awaashiin si’eessuun akkasumas maamiltootni dhaabbilee faayinaansii biroo bu’aa bayii tokko malee kaffaltii isaanii dhaabbata faayinaansii