Herrega kuufama addaa isiniif qabna. Fedhii keessaniif akka tolutti kan qophaa’e, maallaqa keessan nageenyaa fi tasgabbiidhaan eegachuu dandeessu
Paakeejiin oomishaa fi tajaajila faayinaansii keenyaa daldala keessan irraa bu'aa guddaa akka argattan isin gargaaruuf kan qophaa'edha.
Maallaqa keessaan herrega kuufamaa dhala hin qabneen bulchadhaa
Maallaqa keessaan herrega kuufamaa dhala hin qabneen bulchadhaa
Herreega kuufama addaa isiniif qabna. Fedhii keessaniif akka tolutti kan qophaa’e, maallaqa keessan nageenyaa fi tasgabbiidhaan eegachuu dandeessu
Herrega kuufama addaa isiniif qabna. Fedhii keessaniif akka tolutti kan qophaa’e, maallaqa keessan nageenyaa fi tasgabbiidhaan eegachuu dandeessu
Baankiin Awaash carraa gabaan kaappitaalaa Itiyoophiyaa dhaabbilee faayinaansiitiif qabu irratti hundaa’uun ibsa gaazexeessitootaaf Bitootessa 21, 2016 waajjira muummee baankichaatti kenneen bitachuu isaa beeksise.Hojii gaggeessaan olaanaa
Tajaajila baankii ammayyaa teeknooloojii ammayyaatiin deeggaramuun qaqqabummaa isaa babal’isaa kan jiru Baankiin Awaash, Maastarkaard waliin ta’uun, sirna eebbaa har’a waajjira muummee baankichaatti gaggeeffame irratti, teeknooloojii
Finfinnee fi magaalota naannolee adda addaa keessatti gamoo mataa isaa ijaaruun kan beekamu Baankiin Awaash, gamoo ammayyaa abbaa darbii 4 Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Baalee
Haaluma waliigaltee kanaan kaffaltii tajaajila humna ibsaa filannoowwan kaffaltii Baankii Awaashiin si’eessuun akkasumas maamiltootni dhaabbilee faayinaansii biroo bu’aa bayii tokko malee kaffaltii isaanii dhaabbata faayinaansii
Tajaajila Baankii ammayyaawaa fi amansiisaa ta’e maamiltoota isaaf dhiheessuuf yeroo hundaa tattaaffii kan gochaa jiru Baankiin Awaash sagantaa eebbaa damee dijitaalaa (e-Branch) Magaalaa Finfinnee, Geetuu