Afaan Oromoo Donation

Baankiin Awaash Ummata Booranaa ongeedhaan miidhamaniif Birrii Miiliyoona 30 arjoomeera.

Ummata yeroo gara garaa sababoota uumamaafi nam-tolcheedhaan rakkoodhaaf saaxilamaniif qaqqabuun kan beekamu Baankiin Awaash Ummata Booranaa ongeedhaan miidhamaniif Birrii Miiliyoona 30 arjoomeera.Bara darbes ummata godinichaa rakkoo wal fakkaataadhaaf saaxilameef Birrii Miiliyoona 60 kan gumaache yoo ta’u, haaluma.wal fakkaatuun sababa walitti bu’iinsaa Lixa Oromiyaatti ummameen ummata qe’ee isaaniirraa buqqa’aniifi Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Amaaraatti abbootii warraa sababa […]

May 29, 2024 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
57.0384 58.1792
GBP
69.4569 70.8460
EUR
61.9494 63.1884
AED
14.0523 14.3333
SAR
13.7631 14.0384
CHF
59.6100 60.8022

Exchange Rate
Close