Herrega kuufama addaa isiniif qabna. Fedhii keessaniif akka tolutti kan qophaa’e, maallaqa keessan nageenyaa fi tasgabbiidhaan eegachuu dandeessu
Paakeejiin oomishaa fi tajaajila faayinaansii keenyaa daldala keessan irraa bu'aa guddaa akka argattan isin gargaaruuf kan qophaa'edha.
Maallaqa keessaan herrega kuufamaa dhala hin qabneen bulchadhaa
Maallaqa keessaan herrega kuufamaa dhala hin qabneen bulchadhaa
Herreega kuufama addaa isiniif qabna. Fedhii keessaniif akka tolutti kan qophaa’e, maallaqa keessan nageenyaa fi tasgabbiidhaan eegachuu dandeessu
Herrega kuufama addaa isiniif qabna. Fedhii keessaniif akka tolutti kan qophaa’e, maallaqa keessan nageenyaa fi tasgabbiidhaan eegachuu dandeessu
Itti gaafatamummaan hawaasummaa dhaabbataa daldala kamiifuu barbaachisummaa tarsimoo bakka bu’a. Ilaalcha daldalaa barame kan dinagdeen gaggeeffamu bira darbee, karaa itti gaafatamummaa hawaasummaa dhaabbataa isaa bahuutiin baankiin Awaash isa jalqabaafi adda duree ta’uu boonaa dubbachuun ni danda’ama. Dabalataanis gara ilaalcha fedhiifi dirqama itti fufinsa guddachaa jiruun wal qabsiisee waggoota kurnan dabran kana keessatti yeroo itti gaafatamummaan hawaasummaa dhaabbataa, dhaabbilee baay’eef qormaata ta’etti baankichi yaad-rimee itti gaafatamummaa hawaasummaa dhaabbataa tarsimoo daldalaa isaa ijoo keessatti masaksuun deemsisaa tureera.
Kanaafis Baankiin Awaash dhaabbilee tola ooltummaa biyya keessaa adda addaa, dhaabbilee miti mootummaa idil-addunyaa, fi Mootummaaf deeggarsa taasiseera