• CSR/ Itti Gaafatamummaa Hawaasummaa Dhaabbataa

Itti gaafatamummaan hawaasummaa dhaabbataa daldala kamiifuu barbaachisummaa tarsimoo bakka bu’a. Ilaalcha daldalaa barame kan dinagdeen gaggeeffamu bira darbee, karaa itti gaafatamummaa hawaasummaa dhaabbataa isaa bahuutiin baankiin Awaash isa jalqabaafi adda duree ta’uu boonaa dubbachuun ni danda’ama. Dabalataanis gara ilaalcha fedhiifi dirqama itti fufinsa guddachaa jiruun wal qabsiisee waggoota kurnan dabran kana keessatti yeroo itti gaafatamummaan hawaasummaa dhaabbataa, dhaabbilee baay’eef qormaata ta’etti baankichi yaad-rimee itti gaafatamummaa hawaasummaa dhaabbataa tarsimoo daldalaa isaa ijoo keessatti masaksuun deemsisaa tureera.

Kanaafis Baankiin Awaash dhaabbilee tola ooltummaa biyya keessaa adda addaa, dhaabbilee miti mootummaa idil-addunyaa, fi Mootummaaf deeggarsa taasiseera

...

Dec 12, 2025 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD USD
151.6137 154.6460
GBP GBP
201.9858 206.0255
EUR EUR
176.4648 179.9941
JPY JPY
0.9859 1.0056
SAR SAR
42.9912 43.8510
AED AED
43.9293 44.8079
CAD CAD
108.7010 110.8750
CHF CHF
182.3811 186.0287
NOK NOK
13.5129 13.7832
DKK DKK
20.9594 21.3786
SEK SEK
13.8642 14.1415