Injifattoonni Dorgommii Qaxaleewwanii badhaasa isaanii fudhataniiru

Baankiin Awaash sagantaa Lotorii Awaashitti qusadhaa, Awaashiin fudhadhaa badhaafamaa marsaa 10ffaa maamiltoota isaatiif qopheesse kennee jira.
Walgayii Walakkaa Waggaa Hoggansaa: Amajjii 18, 2015 Hootelaa Iskaay Laayit Itoophiyaa, Itoophiyaa

Business career training

















