Baankiin Awaash Maamiltoota Islaamaa isaatiif sagantaa Faxaraa qopheesse

Baankiin Awaash hordoftoota amantii Islaamaa hundaaf hawwii gaarii qabu ibsuufi maamiltoota isaa waliin tumsa qabu mirkaneessuuf sirna faxaraa waloo Hooteela Sharaaten Addisitti gaggeessee jira. Sagantaa kana irratti Hoji Gaggeessaa Olaanaa Baankii Awaash, obbo Tsahaay Shifarraa, Gorsitoonni Shariyaa Baankii Awaash, Hoji gaggeessitoonni Olaanoo Baankichaafi keessummoonni affeeraman kan argaman yoo ta’u Baankichi tajaajila Baankii Dhal-Malee Awaash Seera Shariyaa bu’uureffate dhaqqabamaa taasisuufi babaldhisuuf cimee hojjechaa akka jiru ibsameera.

Apr 25, 2024 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
56.8795 58.0171
GBP
67.5577 68.9089
EUR
60.7928 62.0087
AED
14.0132 14.2935
SAR
13.7240 13.9985
CHF
59.3920 60.5798

Exchange Rate
Close