Faayidaa keessaa muraasni
Qusannoof
Daa’imman qusannoo akka barataniif ni jajjabeessa.
Carraa Jireenya Isaaniif
Daa’immaniif carraa jireenya isaanii fuulduraaf tajaajila liqii ni argamsiisaaf
Carraa Barnootaa
Faayidaa carraa barnootaa biyya alaaf (Scholarship) haala mijeessa.
Herreega Qusannoo Addaa Daa’immanii
Herregni qusannoo daa’immanii maatiin ijoollee isaanii waggaa 18 gadi jiraniif kan bananiifiidha.
Haala itti fayyadama herrega Daa’immanii
- Dabtara baankii qofaan kan sochoofamuudha.
- Waggaa tokkoo ol erga qusatanii, ‘siistamni’ baankii yeroo turtii isaa tilmaama keessa galchuun dhala bankii dabalataa herregaaf (Waggoota 8,14 fi 18 yeroo ta’u jechuudha).
- Herregichi yoo banamu daa’imni banameef guyyaa dhalaterraa kaasee hanga umurii waggaa 10 gidduu jiraniif baankichi badhaasa jajjabeessituu maallaqa dabalataa ni qusataaf.
- Baankichi daa’imman qusannoo kanatti fayyadamaniif yeroo umriin isaanii dabalaa deemu badhaasa dabalataa ni arjoomaaf.
- Kunis guyyoota kabaja dhalootaafi kkf maatiin (guddistootaan) kabajamuufirrtti herrega daa’immaniin maallaqa dabalataa bifa kennnaatiin akka kaawwamuuf taasisuu ni danda’a. Kanaafis baankichi waraqaa ragaa qopheessuun ni kennaaf.
Faayidaawwan Herrega Daa’immanii
- Dhala ni argamsiisa.
- Daa’immaniif carraa jireenya isaanii fuulduraaf tajaajila liqii ni argamsiisaaf,
- Faayidaa carraa barnootaa biyya alaaf (Scholarship) haala mijeessa.
- Daa’imman qusannoo akka barataniif ni jajjabeessa.
Herregicha banuuf ragaalee barbaachisan keessaa
- Suuraa ijoollee lamaafi kan maatii lama dhiyeenyatti ka’an.
- Waraqaa eenyummaa haaromsame.
- Giriin kaardii.
- Waraqaa eenyummaa mana hojii/miindeeffamaa/ (maatiif).
- Eeyyama oofinsa konkolaataafi kkf.
Ulaagaa:
Hojimaata baniinsa Herrega Qusannoo Addaa Daa’immanii fi sirna Baankichaan ni hordofama