Herregni kun herrega qusannoofi socho’aa walitti dabaluun banamuu danda’a.
Haala itti fayyadamaafi faayidaa isaa
- Herrega qusannoofi socho’aa walitti fayyadamuuf maamilichi baankichaaf mirkansuu qaba.
- Herregni socho’aan dhala kan hin qabne yoo ta’u, herregni qusannoo dhala argamsiisa.
- Ulaagaa gadi aanaa Kuufama qarshii miliyoona 3 guunnaan baayyinni yeroo maallaqa baasii itti taasisanii daangeffama hin qabaatu.
- Maamilichi herrega socho’aa keessaa hanqinni maallaqaa yoo isa mudatu herrega qusannoo isaa sochoosuu ni danda’a.
Haaldureewwan Herrega kana banuuf dandeessisan
Herrega kana banuuf haaldureewwan baankichaan kaa’aman hojiirra ni oolu.
Maamiltoota ulaagaa guutan
Maallaqni kuufamaa barbaachisu xiqqaan 3,000,000 jiraachuun yeroo hunda ni eegama