Liqaa Shaqaxaa

Liqii Bittaa Meeshaa

Liqiin bittaa meeshaa meeshaa gatii madaalawaan bitamuuf baatilee muraasa qofaaf meeshicha akka wabummaatti qabachuun liqii kennamuudha. Meeshichi itti gaafatamummaa baankiin yoo qabamu maallaqni liqii liqeeffataaf gadi lakkifama.

Maallaqni liqii kun kan dabalatu

  • Liqii marmaartuu bittaa meeshaa.
  • Liqii bittaa meeshaa yeroo tokkoo.
  • Bittaa meeshaa nagahee mana kuusaa.
  • Liqii bittaa meeshaa dokumantii fichisiistummaan kennamu.
Toora Intarneetiin Herreega Banadhaa

Deeggarsa?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Nuuf bilbilaa, 24/7

Duraanuu maamilaa?

Damee naannoo keessan jiru asitti argachuu dandeessu ykn odeeffannoo argachuuf nu qunnamuu dandeessu

App keenya yaalaa

Appii mobaayilaa baankii amaloota guutuu qabu kan daldalaa fi dhuunfaaf fayyadamuu dandeessan

May 06, 2024 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
56.9335 58.0722
GBP
68.0024 69.3624
EUR
60.9245 62.1430
AED
14.0280 14.3086
SAR
13.7370 14.0117
CHF
59.5786 60.7702

Exchange Rate
Close