Intarneet Baankii Tajaajila baankii maamilonni ‘appilikeeshiniin’ itti fayyadamaniidha. Appilikeeshinichi kompiwutera (deski tooppii), laaptooppii, taableetii, mobaayiliirratti fe’uun fayyadamuun ni danda’ama.
Tajaajila Baankii Intarneetiin kennaman
- Haftee maallaqa herregaa beekuu.
- Kaffaltiiwwan beekuu.
- Herrega sochoosuu.
- Herrega ofii to’achuu.
- Herrega galiifi baasii beekuuf.
- Kaffaltiiwwan raawwatachuuf.
- Herrega ofii gidduutti maallaqa daddabarfachuuf.
- Maallaqa daddabarsuuf:- Tartiiba armaan gadii kana hordofuun herrega kamittuu maallaqa dabarsuuf ni tajaajila.
- Daddabarsa maallaqa baankii.
- Gara waaleetiitti dabarsuu.
- Ajajawwan:- gochawwan itti aanan kana rawwachuun ni danda’ama.
- Haala herregni keessan irra jiru beekuu:-
- Haala galiifi baasii maallaqaa beekuuf.
- Haala meeshaafi appilikeeshinii itti fayyadamanii beekuu.