Waaleetiin Moobaayilaa Awaash, tajaajila Baankii Moobaayilaa Baankii Awaashiin kennamudha. Fayyadamuufis salphaafi mijataa kan ta’edha.
Faayidaafi amaloota isaa
- Haftee herreegaa
- Kaardii Moobaayilaa
- Sharafa Alaa
- Maallaqa Dabarsuu
- Maallaqa Baasuu
- Maallaqa Erguu
- Kaffaltiiwwan
- Tajaajilawwan Biroo
Garee Xiyyeeffannoo
Namoota bilbila harkaa qaban hunda