Herreega  Kaffaltii Cheekii (IFK)

Herregni kun herrega qusannoofi socho’aa walitti dabaluun banamuu danda’a.

Haala itti fayyadamaafi faayidaa isaa

  • Herrega qusannoofi socho’aa walitti fayyadamuuf maamilichi baankichaaf mirkansuu qaba.
  • Herregni socho’aan dhala kan hin qabne yoo ta’u, herregni qusannoo dhala argamsiisa.
  • Ulaagaa gadi aanaa Kuufama qarshii miliyoona 3 guunnaan baayyinni yeroo maallaqa baasii itti taasisanii daangeffama hin qabaatu.
  • Maamilichi herrega socho’aa keessaa hanqinni maallaqaa yoo isa mudatu herrega qusannoo isaa sochoosuu ni danda’a.

Haaldureewwan Herrega kana banuuf dandeessisan

Herrega kana banuuf haaldureewwan baankichaan kaa’aman hojiirra ni oolu.

Maamiltoota ulaagaa guutan

Maallaqni kuufamaa barbaachisu xiqqaan 3,000,000 jiraachuun yeroo hunda ni eegama

Toora Intarneetiin Herreega Banadhaa

Deeggarsa?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Nuuf bilbilaa, 24/7

Duraanuu maamilaa?

Damee naannoo keessan jiru asitti argachuu dandeessu ykn odeeffannoo argachuuf nu qunnamuu dandeessu

App keenya yaalaa

Appii mobaayilaa baankii amaloota guutuu qabu kan daldalaa fi dhuunfaaf fayyadamuu dandeessan

May 06, 2024 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
56.9335 58.0722
GBP
68.0024 69.3624
EUR
60.9245 62.1430
AED
14.0280 14.3086
SAR
13.7370 14.0117
CHF
59.5786 60.7702

Exchange Rate
Close