Herreega Investimantii

Herregni kun maamiloonni galii idilee ji’aa qaban ji’a ji’aan qusannoo idileen akka qusataniif kan qophaa’eefi dhala baankii olaanaa kan argamsiisu yoo ta’u, ji’atti al-tokko kan itti qusatamu turtii waggaa 1 hanga 10 qofa kan qabaatuudha.

Haala Itti Fayyadama Herrega Invastimantii

  • Dabtara baankiin sochoofama.
  • Kuufamni maallaqa qusannoo waggaa tokkoo hanga waggaa 10ti.
  • Maallaqni ittiin baniinsa herrega qusannoo kanaa ji’aan kan namoota dhuunfaa qr.1,000 yoo ta’u, dhaabbileef qr.3000.

Faaydaawwan Heerrega Qusannoo Invastimantii

  • Dhala baankii olaanaa %5.5 hanga 7.5 ga’u argamsiisa.
  • Hangi qusannaa herregichaa yoo guddate baankichi maallaqa waliigalaa qusatamerraa % tajaajila liqii %60 ga’u ni dhiyeessa.

Itti Fayyadamtoota Herrega kanaa

Herregni kun kan qophaa’e hojjettoota miindeeffamanii hojjetan, Intarpiraayzoota maaykiroofi xixiqqaa, waldaaleef, yuniyeenota, daldalaafi kkf dha.

Maamiltoota ulaagaa guutan

Namoonni dhuunfaa ykn dhaabbilee galii idilee qaban ji’a ji’aan maallaqa murtaa’e qusachuuf.

Unkaalee isin barbaachisan

Toora Intarneetiin Herreega Banadhaa

Deeggarsa?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Nuuf bilbilaa, 24/7

Duraanuu maamilaa?

Damee naannoo keessan jiru asitti argachuu dandeessu ykn odeeffannoo argachuuf nu qunnamuu dandeessu

App keenya yaalaa

Appii mobaayilaa baankii amaloota guutuu qabu kan daldalaa fi dhuunfaaf fayyadamuu dandeessan

May 07, 2024 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
56.9375 58.0763
GBP
68.3661 69.7334
EUR
61.3103 62.5365
AED
14.0267 14.3072
SAR
13.7380 14.0128
CHF
60.0302 61.2308

Exchange Rate
Close