Baankiin Awaash intarpiraayizoota maayikiroo, xixiqqaa fi giddu galeessaaf leenjii ogummaa kennaa jira!
Baankiin Awaash waggoottan hedduudhaaf gama itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahachuutiin hojiiwwan garaagaraa hojjachaa kan ture yoo ta’u, Ministeera Hojjataa fi Ogummaa jalatti kan argamu Instituutii