Faayidaa keessaa muraasni
Micro Finance Institutions (MFIs)
Easy requirements:Requirements for MFI to get a loan are simplified and easy to be fulfilled. Reaching a new segment of clients with additional funds Flexible Access funding and repayment arrangement Decrease operating costs of obtaining funds Overcome regulatory constraints of deposit taking Expand its operations and increase profitability Access to expertize
To the Community
Helps unbanked community to get access to formal financial services Increase income of households and solve unemployment problems. Improves saving cultures and living standard of the community. Helps to eradicate poverty.
Tajaajila Baankii Dhaabbilee Maaykiroo Faaynaansiif
Waggoota 20’n darbaniif dhaabbileen maaykiroo faaynaansii fedhii hawaasichaa guutuuf tajaajila isaanii babal’isaa turaniiru. Baankiin Awaashis kana bu’ureeffachuun fedhii dhaabbilee kanaa qorachuun tajaajila industirii dhaabbilee maaykiroo faaynaansii jijjiiiruuf dandeessisan dhiyeessuurratti argama. Tajaajilawwan kunneen paakeejiin kan dhiyaatan ta’ee, herrega qusannoo, liqii, kafaltii miindaafi pirovidanti fandii, tajaajila baankii bakka bu’iinsa waliin hojjechuufi kkf kan dabalatuudha.
Faayidaa Tajaajilichaa
- Dhaabbilee maaykiroo faynaansiif oola.
- Hawaasaaf tajaajila bal’aa kennuuf oola.
- Tajaajila liqii hojjettoota maaykiroo faaynaansiif.
- Maamiloota maaykiroo faaynansiif tajaajila herrega qusannoo kennuuf gargaara.
Fayyadamtoota Herrega kanaa
Fayyadamtonni liqiifi tajaajila walqabatoo herrega kanaa dhaabbilee maaykiroo faaynaansii Itoophiyaa keessa karaa seera qabeessa ta’een galmaa’anii socho’aniidha.
Fayyadamtoota Herrega kanaa
Fayyadamtonni liqiifi tajaajila walqabatoo herrega kanaa dhaabbilee maaykiroo faaynaansii Itoophiyaa keessa karaa seera qabeessa ta’een galmaa’anii socho’aniidha.
Unkaalee isin barbaachisan