Mushaaraakaa

Faayidaawwan Herrega Mushaarakaah

Hojii Invastimantiif

Qabeenya isaaniIn hojii invastimantii yeroo dheeraafi giddugaleessaa deemsisuu.

Madda Galiif

Madda galii dhaabbataafi idilee argamsiisaaf.

Mushaarakaah

Mushaarakaah seera faayinaansii Islaamummaan caaseffama intarpiraayzii yoo ta’u, bu’aafi qisaasama waliin qooddachuurratti hundaa’uun kan waliin hojjetamuudha. Mushaarkaah qabeenyaafi manneen jireenyaa (real state) bituuf, pirojektoota invastimantiif liqaan kennamuufi bittaan kan ittiin raawwatamuudha. Sharikonni waliigaltee ‘riil-isteetii’ waliin hojjetan waa’ee qabeenya bitamuu sana sirriitti beekuuf qorannaafi tilmaama baankii ni gaafatu.

 

 

Open a Bank Account Online Today

Need more help?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Call us, we’re available daily 9AM to 11PM

Already a customer?

You can find branches near you here or contact us for information here

Try Our App

A full features banking mobile app for bussiness & personal use.

Feb 22, 2025 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling