Akka Mijaa’efitti Qusachuu
Dubartoonni maamiloota keenya ta’an maallaqa argatan haala fedhii isaaniifi akka mijaa’efitti qusachuun itti fayyadamuu danda’u.
Tajaajila baankii salphisa
Tajaajilli baankii akka salphatuuf taasisa.
Qusannoo Haala Salphaa Ta'een
Herreega qusannoo haala salphaa ta’een baasii tajaajilaa xinnaan sochofamuudha.
Dubartoonni Akka of Danda’an Deggaruuf
Herreegichi dubartootaaf aadaa qusannoo kan gabbisuufi dubartoonni akka of danda’an deggaruuf jajjabeessituuwwan tokko tokko kan itti argataniidha.
Qusannoo Addaa Daa’immanii Smart Children
Herreega qusannoo addaa ‘Ismart Children’ kafaltiirraa bilisaa banuun sochoosuuf dandeessisa.
Tajaajila Salphaa fi Mijataa Qabu
Tajaajila salphaa, Mijataafi dhaqqabamummaa qabu-Maamiloonni herreega isaanii Awash Birriifi tooftaa biroo baankichi mijeesseen, yeroofi bakka fedhanitti sochoosuu danda’u (24/7).
Baankii Dhal-Malee
Dhala baankii fooyya’aa argamsiisa.
Tajaajila Faayinaansii Bilisaa
Tajaajila faayinaansii bilisaan kennamu.
Herregicha Banuuf
Herregicha banuuf maallaqa xinnaa kan gaafatuudha.
Luusii, Herreega Qusannaa Addaa Dubartootaa
Dhimmi itti fayyadama tajaajila faaynaansii dubartootaa misoomni, guddinniifi jijjiiramni dinagdee dhimma murteessaadha. Kanumarraa ka’uun Baankiin Awaash herrega qusannoo addaa ‘Luusii’ dubartootaaf jedhu hojiirra oolcheera.
Haalli itti fayyadama herrega kanaa
- Dubartonni haala dinagdee kamirratti argaman jireenyi isaanii akka fooyya’uuf tajaajila qusannoofi kanneen biroo akka argataniif yaaddamee kan qophaa’edha.
- Dabtara baankiifi dabtara malee fayyadamuu dandeessisa.
Fayyadamtoota Herrega Addaa Luusii
Ulaagaa gadi aanaa baankichaa kan guutaniifi umuriin waggaa 18 if isaa ol kan ta’an hunduu banachuu danda’u.
Faayidaawwan Herrega Addaa Luusii
- Dubartoonni maamiloota keenya ta’an maallaqa argatan haala fedhii isaaniifi akka mijaa’efitti qusachuun itti fayyadamuu danda’u.
- Tajaajilli baankii akka salphatuuf taasisa.
- Herrega qusannoo haala salphaa ta’een baasii tajaajilaa xinnaan sochofamuudha.
- Herregichi dubartootaaf aadaa qusannoo kan gabbisuufi dubartoonni akka of danda’an deggaruuf jajjabeessituuwwan tokko tokko kan itti argataniidha.
- Faayidaawwan herrega kanarraa argataniin alattis baay’inni sochii herregichaa hin daangeffamu.
- Tajaajila salphaa, Mijataafi dhaqqabamummaa qabu-Maamiloonni herrega isaanii Awash Birrii fi tooftaa biroo baankichi mijeesseen, yeroofi bakka fedhanitti sochoosuu danda’u (24/7).
- Dhala baankii fooyya’aa argamsiisa.
- Herregicha banuuf maallaqa xinnaa kan gaafatuudha.
- Tajaajila faayinaansii bilisaan kennamu.
- Herrega qusannoo addaa ‘Ismart Children’ kafaltiirraa bilisaa banuun sochoosuuf dandeessisa.
Herreegicha banuuf
- Suuraa yeroo dhiyoo lama,
- Waraqaa eenyummaa gandaa haaromsame,
- Paaspoortii haaromsame,
- Waraqaa eenyummaa lammummaa ibsu,
- Waraqaa ragaa miindeffama hojii ibsu,
- Waraqaa eenyummaa Yuunvarsiitii,
- Eeyyama ofiinsa konkolaataa
Sanadoota Barbaachisan
- Suuraalee paaspoortii yeroo dhiyoo lama .
- Teessoo fi sanadoota ragaa eenyummaa sirrii ta’an