Al-ergeefi Fichisiistummaaf, Xalayaa ibasa tajaajilaa
- Xalayaan ibsa tajaajila liqii baankiin biyya alaa maamila isaa al-ergaa/fichisiisa ta’e bakka bu’uun al-ergaa maamila Baankii misooma Itoophiyaa ta’eef kan kennamuudha.
- Dokumantoonni barbaachisan wayita barbadamanii gaafatamanitti kan dhiyaatan ta’u.
- Dokumantoota kaffaltiif gaafataman keessaa
- Haala kaffaltii kanaan maamiloonni meeshaa qaama bituuf dhiyeessuuf walii galaniif wayita dhiyeessanitti kaffaltii fudhachuuf dokumantii ittiin imalchiifatan xalayaa waliin baankiif dhiyeessu.
- Dokimentoota barbaachisan: – Nagahee hojii daldalaa, waliigaltee gurgurtaa, eeyyama daldalaa, xalayaafi waraqaa ragaa kaffaltummaa gibiraa. (Dokumantoonni kanneen biroo wayta barbaadamanitti kan dhiyaatan ta’a).
- Kunis bittaa meeshaaf tooftaa kaffaltii bu’uraa kan ta’eefi filatamaadha. Dhiyeessaan meeshaa, meeshaa gurguruu osoo imalchiisuu hin jalqabne qaama biturraa kafaltii duraa fudhata.
- Dokumantoota brbaachisan: – Nagahee kaffaltii duraa (telegiraamaan ykn toofta biraan kan ergame) waraqaa ibsa bittaafi gurgurtaa baankirraa kenname. (Maallaqichi maallaqa biyya alaan galii yhoo ta’e), nagahee daldalaa, waliigaltee gurgurtaa, hayyama daldalaafi waraqaa ragaa kaffaltummaa gibiraa.