Xalayaa Liqii Fichiisiisaa

Xalayaa marmaartuu liqii fichisiistummaa

Xalayaan marmaartuun liqii fichisistummaa xalayaa tokkicha ta’ee bittaafi gurgurtaa yeroo dheeraa raawwachuuf kan gargaarudha. Xalayaan liqii fichisiistummaa kun meeshaalee bitaman imalchiisuuf al-ergitootaafi fichisistota gidduutti walitti dhufeenya gaarii uuma. Xalayaan kun kan ba’u yeroo murtaa’eef bittaafi gurgurtaa murtaa’ef. Kunis bittaafi gurgurtaa tokko tokkoof xalayaa irra deddeebi’uun barreessuu hanbisa.

Xalayaa fichisiistummaa yeroo tokkoo

Biiliin kaffaltii fichisiistummaa fedhii fichisiistummaarratti hundaa’un meeshaalee xalayaa liqiin dhufan fuudhuuf faaynaansii liqii yeroo gabaabaaf fichisiisichaaf kennamuudha.

 Liqii bittaa meeshaa dookumantii fichisiistummaatiin

Liqiin bittaa meeshaa fichisiistota kaffaltii biilii isaanii qulqulleeffatanii raawwachuun meeshaa isaanii buufatarraa kaafachuuf maallaqni isaan hanqateef kan kennamuudha. Kana jechuun fichisiisaan kafaltii biilii isarra jiru kaffalee xummuree meeshaa isaa buufatarraa akka kaafatuuf liqii kafaltii duraaf kennamuudha.

Open a Bank Account Online Today

Need more help?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Call us, we’re available daily 9AM to 11PM

Already a customer?

You can find branches near you here or contact us for information here

Try Our App

A full features banking mobile app for bussiness & personal use.

Feb 22, 2025 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling