Mallaqa Biyya alaatii ergamu daddabarsuu

Maallaqa Ergamu

Maallaqa Gara Biyyaatti Ergamu

Maallaqni gara biyyaatti ergamu biyya alaarraas ta’ee biyya keessatti herrega tokkorraa gara herrega biraatti yoo dabarfamu (galii taasifamuudha).

 Maallaqa Gara Biyyaatti ergamu

Maallaqa biyya keessaa gara biyya alaatti ergamuudha. Fakkeenyaaf maatiin ijoollee isaanii gargaaruuf herrega ijoollee isaanii biyya alaa jiranitti yoo erganiif maallaqni ergamu maallaqa gara biyya alaatti ergamuudha. Maallaqa gara biyya alaatti ergamu kan jedhamu biyyoota maallaqa gara biyya kan biraatti erganiif yoo ta’u, maallaqa gara biyya keessaatti ergamu kan jedhamu biyyoota maallaqni biyya kan biraarraa ergameefiidha.

Open a Bank Account Online Today

Need more help?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Call us, we’re available daily 9AM to 11PM

Already a customer?

You can find branches near you here or contact us for information here

Try Our App

A full features banking mobile app for bussiness & personal use.

Feb 22, 2025 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling