Herrega qusannoo Mudaarabbaah
walitti dhufeenya maamilummaa maamilichaafi baankicha gidduun maamilichi maallaqa isaa yoo kaawwatu baankichi maallaqicha haala seera shari’aa eegeen hojii bizinasii ittiin hojjeta. Bu’aas ta’ee kisaaraan yoo jiraate akkataa waliigaltee qaamolii lamaaniin kan waliin qooddatan ta’a.
Faayidaa Herregichi qabu
- Qooddannaa galii argamsiisa.
- Hojii invastimantii guddaaf oola.
- Haala sochii maallaqaa kan tasgabbaa’e taasisa.
Haala Herregichaa
- Namoonni dhuunfaa herrega kana ni filatu.
- Bulchiinsa kaappitaalaaf mijaawaadha.
- Mirga qooddannaa bu’aa ni argamsiisa.
- Qisaasaman yoo qunnamu qooddachuun ofirraa salphiifama.
Ragaalee Herregicha banuuf barbaachisan
-
- Guca ittiin baniinsa heerregaa guutuun dhiyeessuu.
- Suuraawwan abbaa heerregicha banuu lama dhiyeessuu.
- Suuraa
- Waraqaa ragaa kaffaltummaa gibiraa, waraqaa eenyummaa, paaspoortii, waraqaa ragaa dura taa’aa.