Faayidaa keessaa muraasni
Herreega banuu
Herreegichi maqaa hojjetaa dhuunfaatiin maallaqa malee banama
Dhala
Baankichi ibsa herreegaa ji'a ji'aan bilisaan kennuu ni danda'a akkasumas dhala qusannoo onnachiiftuu dabalataan dhibbeentaa 0.5 ni qabaata
Liqii yeroo
Baankichi abbootii herregaatiif liqii yeroo hanga maallaqa herreega piroovidant fandii irratti kuufamee wajjin walqixa ta’ee kennuu ni danda’a
Herreegni kun hojjettoota miindeeffamaniif kan qophaa’edha. Herregichi hojjettotaafi manneen hojii fayyadamoo taasisa.
Haala Itti Fayyadamaafi faaydaa Herreegichaa
- Herreegni kun ka’umsa maallaqa ittiin banan osoo hin barbaachisne kafaltii ka’umsaa malee maqaa hojjettootaan kan banamuudha.
- Baankichi ji’a ji’aan kafaltii malee ibsawwan baankii itti fayyadama herreegichaa maamilootaaf kennuu ni danda’a.
- Dhalli baankii herreegichaa herrega qusannoo idileerratti dhala%0.5nii dabalataan ni argamsiisa
- Baankichi maamiloota herreega kafaltii pirovidanti fandiif tajaajila liqii hanga maallaqa herreega baankichaatti kuufamee jiruun wal qixa ta’e kennuufii ni danda’a.
- Baankichi hanga maallaqa pirovidantii fandii kuufamee jiruun bittaa meeshaalee tajaajila mana keessaaf oolan, mana jireenyaa, konkolaataafi kanneen biroof tajaajila liqii ni kenna.
Maamiltoota ulaagaa guutan
Unkaalee isin barbaachisan