Herreega Miindaa

Faayidaalee Muraasni

Haala liqii yeroof kennamu

Hojjettota kanaaf yeroo kuufamni maallaqa isaanii 20,000.00 gahe liqii kuufama isaanii haga dhibbeentaa 250 ni mijataaf

maallaqa dabarsuu

Baankichi tajaajila maallaqa dabarsuu dhaabbataaf ni taasisa

Kaardii ATM

Kaardiin ATM bilisaan dhiyaataaf

Herreegni kafaltii miindaa hojjettoota qofaaf kan tajaajiluudha.

Haala Itti Fayyadama Herreega kafaltii Miindaa

  • Hojjettoota qofaaf kan qophaa’e.
  • Herreegicha banuuf maallaqa ka’umsaa ittiin banan hin barbaachisu.

Faaydaawwan Herreega Miindaa

  • Dhala baankii ni argamsiisa.
  • Kaardii ATM fayyadamuu dandeessisa.
  • Yoo xinnaate waggaa tokkoof yoo qusatan tajaajila liqii %250 miindaa isaanii fayyadamuuf dandeessisa.

Itti Fyyadamtoota Herreega kanaa

Herreegni kun hojjettoonniifi hojjisiistonni tajaajila kaffaltii miindaa ammayyaawaa ta’etti akka fayyadaman yaaddamee kan qophaa’eedha.

Ulaagaa

Herreegni kafaltii Mindaa Awaash Hojimaata baniinsa herrega furmaataa fi sirna Baankichaa ni hordofama.

Unkaalee isin barbaachisan

Open a Bank Account Online Today

Need more help?

8980
251 115-57-12-54
251 115-57-13-24
Call us, we’re available daily 9AM to 11PM

Already a customer?

You can find branches near you here or contact us for information here

Try Our App

A full features banking mobile app for bussiness & personal use.

Feb 22, 2025 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling