Baankiin Awaash intarpiraayizoota maayikiroo, xixiqqaa fi giddu galeessaaf leenjii ogummaa kennaa jira!

Baankiin Awaash waggoottan hedduudhaaf gama itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahachuutiin hojiiwwan garaagaraa hojjachaa kan ture yoo ta’u, Ministeera Hojjataa fi Ogummaa jalatti kan argamu Instituutii Misooma Kalaqa Hojii waliin ta’uun wiirtuuwwan garaagaraa keessaa kan walitti dhufan Intarpiraayizoota Maayikiroo, Xixiqqaa fi Giddu Galeessaa 145’f magaalaa Baahir-Daar, Maqalee fi Samaraa irraa dhufaniif leenjii ogummaa daldalaa kan kenne yeroo ta’u, sagantaan kunis sadarkaa biyyaatti hojiirra ooluu irrattis argama.   
Baankiin Awaash damee kana daran guddisuuf tattaaffii taasifamu keessatti deeggarsa adda addaa taasisuuf qophii ta’uun isaa beekameera.  

Jan 21, 2025 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
124.7041 127.1982
GBP
153.3074 156.3736
EUR
135.2163 137.9206
AED
30.7258 31.3403
SAR
30.0824 30.6841
CHF
135.5787 138.2902