Baankiin Awaash Instituutii Misooma Kalaqa Hojii waliin ta’uun wiirtuuwwan garaagaraaf Leenjii kenne.

Baankiin Awaash waggoottan hedduudhaaf gama itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahachuutiin hojiiwwan garaagaraa hojjachaa kan ture yoo ta’u, Ministeera Hojjataa fi Ogummaa jalatti kan argamu Instituutii Misooma Kalaqa Hojii waliin ta’uun wiirtuuwwan garaagaraa keessaa kan walitti dhufan Intarpiraayizoota Maayikiroo, Xixiqqaa fi Giddu Galeessaaf magaalaa Naqamteetti leenjii ogummaa daldalaa kan kenne yeroo ta’u, sagantaan kunis sadarkaa biyyaatti hojiirra ooluu irrattis argama.
Baankiin Awaash damee kana daran guddisuuf tattaaffii taasifamu keessatti deeggarsa adda addaa taasisuuf qophii ta’uun isaa beekameera.
Baankii Awaash!

Dec 21, 2024 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
124.6101 127.1023
GBP
153.1919 156.2557
EUR
135.1144 137.8167
AED
30.7026 31.3167
SAR
30.0597 30.6609
CHF
135.4765 138.1860

Exchange Rate
Close