Baankiin Awaash Dhaabbata Tajaajila Geejjibaa YANGO waliin waliigaltee mallatteesse.

Haala waliigaltee kanaan maamiltoonni Baankii Awaash fayyadama/appilikeeshinii moobaayilaa Yango fayyadamanuu yeroo waamicha geejjiba taasisan koodii beeksisaa (Promo code) ‘Awash00’ fayyadamuun akkasumas filannoo kaffaltii isaanii Baankii Awaash gochuun yeroo kaffaltii AwashBirr pro dhaan raawwatan, imala jalqabaa 3 irratti hir’isa %15 akka argatan eerameera.
Baankiin Awaash dhaabbilee mootummaafi miti mootummaa waliin waliigalteewwan garaagaraa uumuun waliin hojjachuu irratti argama.

Dec 03, 2024 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
123.8587 126.3358
GBP
152.2681 155.3135
EUR
134.2996 136.9856
AED
30.5175 31.1278
SAR
29.8784 30.4759
CHF
134.6594 137.3526

Exchange Rate
Close